Yeman

  1. Hidhattoota Huutii

    Manni murtii hidhattoota Huutii Yaman Pireezdantiin duraanii US Doonaald Tiraamp fi Ilma mootii Sa'uudii Arabiyaa Mohammad bin Salmaan irratti bakkasaan hin argaminitti adabbii du'aa itti murteesse.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Baqattoota Yaman irraa deebi'uuf qophaa'an

    Lammiileen Itoophiyaa 5,000 ta'an biyya waraanaa fi weerara Covid-19'n raafamaa jirtu, Yaman, keessaa ba'uun biyyattii deebi'uuf danqamanii jiraachuu Dhaabbati dhimma Baqattootaa Idil-addunyaa(IOM) hime.

    Dabalata dubbisi
    next
  3. Godaantotni balaa ibiddaan dhuman yoo awwaalaman

    Biteetotessa mana hidhaa Yaman magaala Sana'aa balaa lubbuu godaantota hedduu galaafateef sababni meeshaa waraanaa ammatti adda hin baane kan humnootni Huutii mana hidhaatti darbaniini jedhe ' Human Rights Watch'.

    Dabalata dubbisi
    next