Instaagraamii

  1. Asxaa Facebook fi mallattoo uggurame

    Itoophiyaa bakkeewwan garaagaraatti erga Dilbata galgalaa as namoonni Facebook fayyadamuu akka hin dandeenye barreessaa turani. Dhimma kana kan mirkaneesse dhaabbatni Itiyoo Telekoom deebi'e dalagaa akka jiru hime.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Reshmi Bennett

    ''Namoonni maaliif keekiif kanfaluu hin barbaadan?'' Qopheessituun nyaataafi keekii hojjechuun beekamtu Reshmi Bennet, maaliif namoonni isheen hin beekne, keekii Instaagiraamiif tahu bilisaan nu qopheessi akka jedhaniin yeroo hunda dhibaani.

    Dabalata dubbisi
    next