SDBA (Sochi Demokraatawaa Biyyoolessa Amhaara)

  1. Miseensota Humna Addaa Affaar

    Bakkeewwan Naannoon Affaar Naannoo Tigraay daangessutti seenanii kan turan finciltoonni Tigraay mo'amanii naannichaa bahuu isaanii mootummaan hime. Dubbii himaan TPLF bakkeewwan kanaa bahuu mirkaneessaniis mo'amanii akka hin taane ibsan.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Bakka owwaalcha namootaa argame

    Haleellaan kun tibba naannoon kun to'annoo TPLF jala turetti ta'uu fi haleellaa kanaanis daa'imman, jaarsolii, dubartoonniifi luboonni ajjeefamuu jiraattonniifi qondaaltonni mootummaa dubbataniiru. Haa ta'u malee, TPLF ibsa baaseen ajjeechaa keessaa hin qabu jechuun waakkate.

    Dabalata dubbisi
    next
  3. Manguddoo Tigraay irraa buqqa'anii kaampii SUdaan keessa jiraachaa jiran.

    Jiraattoonni Humaraa, Adbaayi, Idiriis, Qaaftaa Humaraa fi ganda Dagaguum kan amma to'annoo Naannoo Amaaraa jalatti argamu keessa jiraatan miidhaan saalaa, hidhaan fi ajjeechaan jumlaa saba irratti xiyyeeffate raawwatamaa jira jechuun BBCtti himan.

    Dabalata dubbisi
    next
  4. Faantaa Maandefiroo, Pirezedaantii Itti-aanaa M/N Amaaraa

    Lola bakkeewwan naannoo Amaaraa Tigraay daangeessutti adeemaa jiruun rakkoo dhaqqabaa jiru hawaasni idil - addunyaa osoo dhagahuu callisuu filateera jechuun qondaalli olaanaa Naannoo Amaaraa himan. BBC'n Pirezidantii I/Aanaa naannichaa Dr Fantaa Maandafiroo waliin turtii taasiseera.

    Dabalata dubbisi
    next
  5. Waag-Himraa

    Naannoo Amhaaraa bulchiinsa godina saba Waagimraa keessatti haleellaa torbee darbe Bitooteessa 18, 2021 raawwatameen namoonni baay'een yoo ajjeefaman, kaan irra ammoo miidhaan qaqqabuu aanga'oonni naannichaa fi jiraatoonni BBC'tti himan.

    Dabalata dubbisi
    next