Yakka saaybarii

  1. Gaggeesitootni lamaan ji'a darbe Jeneevitti wal argan

    Pirezidaantiin Ameerikaa Jooy Baayiden gita isaanii Raashiyaa Vilaadmir Putinitti akka himanitti, US haleellaa saayiberii Raashiyaa irraa dhaqqabuuf '' tarkaanfii barbaachisaa hundayyuu ni fudhatti,'' jechuu Waayit Haawus gabaase.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Haleellaa saaybarii

    Gareen haleellaa odeeffannoo kompitaraa 'Colossal' jedhamuun beekamu duuba jiruu tokko, qaamoolee miidhaan haleellaa kun irra gaheef deebiisee faayilasaanii akka gadhiisu gachuuf, bitkooyiiniidhaan doolaarri miiliyoona 70 akka kanfalamuuf gaafate.

    Dabalata dubbisi
    next