Gaanaa

  1. Bakka buutuu Itoophiyaa Dr. Sitoor Abraa dorgommii irratti

    Biyya Lixa Afrikaa Gaanaatti Televijiniin 'TV3' jedhamu dorgommii miidhaginaa 'Ghana's Most Beautiful' sagantaa gosa 'Reality show' jedhamuun erga tamsaasuu eegalee amma waggaa 14'ffaa isaarratti argama.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Dr Michael Obeng

    Dubartiin Gahaanaa tokko rifeensashee akka walitti qabuuf jecha haphee ‘Gorila Glue’ jedhamu fayyadamuun rifeensiifi buqqeen mataa walitti dhinee rakkaataa akka jirtu miidiyaa hawaasaarratti torban darbe himachaa turte.

    Dabalata dubbisi
    next