Afgaanistaan

  1. Video content

    Video caption: ''Dubartoonni ispoortii kamirrattuu yoo hirmaatan argee hin beeku''

    Naadiyaa Nadiim ijoollummaan lola Afgaanistaan ture baqattee kan baate yoo ta'u, amma taphattuu kubbaa miilaa beekamtuu taatee jirti.