Ragaa agarsiisaa hubachisuu

  1. Video content

    Video caption: Minisootaatti dhalattoonni Oromoo qabeenyi jalaa saamame maal jedhu?

    Ameerikaa kutaa biyyaa Miniyaapolis magaalaa Minisootaa kan Oromiyaa xiqqoo jedhamtee beekamtutti ajjeechaa Joorji Filooyid booda hokkora uumameen qabeenyi hedduun saamamee jira.