Suudaan

  1. MM Sudaan Hamdok fi Ergamaa Adaa US Feltimaan

    Gaanfa Afrikaatti Ergamaan Addaa Ameerikaa Jefirii Feltimaan fi MM Sudaan Abdallaa Hamdok Tigraayitti atattamaan waliigalteen dhukaasa dhaabuu akka taasifamuufi gargaarsi namoomaa dhorkaa tokko malee qaqqabuu akka qaburratti waliigalan.

    Dabalata dubbisi
    next