Waraana

  1. An 11-year-old boy holds his handmade rifle as captive Ethiopian soldiers arrive at the Mekele Rehabilitation Center in Mekele, the capital of Tigray region, Ethiopia, on July 2, 2021.

    Dhiyeenya kana miidiyaan biyya Ameerikaa New York Times gabaasa dhiyeesse keessatti suuraalee hedduu fayyadame keessaa tokko, ijoolleen umuriin isaanii xixiqqaafi loltummaaf hin geenye fakkaatan meeshaa waraanaa qabatanii wayita imalan kan mul'isu ture.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Kabaja injifannoo Aduwaa

    Aduwaan injifannoo guddaa Bitootessa 1, bara 1896 galmaa'edha. Kibxatni har'aa waggaa 125ffaa isaati. Artist Darajjee Balaayineh gahee namoota ogummaa qabaniin gurra guddaa horatan waan isaan injifannoo Aduwaarratti barreessaniifi weeddisan kaasuun akkasiin seenesseera.

    Dabalata dubbisi
    next