ABBUT (Adda Bilisa Baasaa Uummata Tigraay)

  1. Letnal Jeneraal Baacaa Dabalee dhimma waraana Kaaba Itoophiyaa irratti BBCtti dubbataniiru

    Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatti qindeessaa Ol aanaa Hojii ijaarsa Raayyaa Ittisa biyyaa kan tahan Letenaal Jeneraal Baacaa Dabalaee dhimma waraana humnoota TPLF waliin godhamu irratti gaaffiif deebii addatti BBC waliin godhan irratti 'mariin nageenyaa dhimmakoo miti, hojiin koo waraanuudha jedhan.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Loltoota alaabaa Itoophiyaa qabatanii haabbachaa jiran

    Mootummaan magaalaa seena qabeettii Laaliibelaa dabalatee naannoo Affaariifi Amaaraa keessatti bakkawwan murteessoo ta'an deebisee to'achuu ibsus, hidhattoonni TPLF ammoo 'tarsiimoo sirreeffachaa jirra' jedhan.

    Dabalata dubbisi
    next
  3. MM Abiy Ahimad

    Waraana Kaaba Itoophiyaatti gaggeeffamaa jiru irratti raayyaa ittisaa dursuun kan hirmaataa jiran Ajajaan waliigalaa humna waraanaa Itoophiyaa fi Ministirri Muummee Abiy Ahmad bakka amma ga’anii jiranirraa ibsa miidiyaalee biyya keessaaf kennan.

    Dabalata dubbisi
    next
  4. Eefreem Yisaaq, Donaald Yamamootoo, Illeenii Gabramadiin

    Viidiyoon miliqfamee baafame jedhame kan dippiloomaatonni duraanii fi ammaa Ameerikaa fi biyyoota lixaa tokko tokko lammilee Itoophiyaa bebbeekamoo fi bakka bu'aa TPLF waliin dhimma Itoophiyaarratti wayita mari'atan agarsiisu tibbana dubbii ijoo ta'eera.

    Dabalata dubbisi
    next
  5. Waajira miidhaan irra gahe

    Waraanni naannoo Tigraayiitti gaggeeffamaa ture erga gara naannoo Amaaraatti babal'ateen booda godinaalee naannichaa to'annoo finciltoota TPLF jala jiran keessatti badiin olaanaan qaqabuu biiroon Misoomaafi Karoora naannoo Amaaraa BBCtti hime.

    Dabalata dubbisi
    next