Beela

  1. Doomiiniik Raab fi Saamaantaa Paawoor

    Hooggantuun Dhaabbata Eejansii Misooma Idil-addunyaa Yunaayitid Isteet (USAID) fi MM UK marii waloo taasisan irratti Itoophiyaa keessa yaaddoon beelaa jira jechuusaanii dhaabbatichi marsariitii isaarratti ibseera.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Alex De Waal

    Xiinxalaa Afrikaa

    Namoota 60,000 ta'an Tigraay irraa Sudaanitti baqatan

    Guyya guyyaan Itoophiyaa naannoo waldhabdeen miidhamtee turte Tigraay keessaa gabaasi beelli jiraachuu himu dabalaa jira. Odeessa kanaan xiinxalaan Afrikaa Alex De Waal, waa'ee rakkoo kanaa seenaafi haala jiru akkanaan barreesseera.

    Dabalata dubbisi
    next