Miidiyaa

  1. Andrei Zakharov

    Gaazexeessaan walabaa Raashiyaa Dimtry Muratov badhaasa Nagaa Noobelii argatee sa'aatii muraasa booda, qondaalooti Raashiyaa maxxansawwanii fi gaazexeessitoota baayyee ‘ergamtoota biyyoota alaa,’ jechuun adda isaan baasan.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Asxaa Facebook fi EBC

    Fuulli facebook dhaabbata Korporeshiniin Birodkaastii Itoophiyaa (EBC)n guyyaa Wiixataa osoo sirna mudama Ministira Mummee Abiy Ahimad kallattiin tamsaasaa jiruu butamuun isaa himamun ni yaadatama. Ofii eenyutuu gochaa kana raawwatee?

    Dabalata dubbisi
    next
  3. Mana hidhaa

    Hojjattoonni Awuloo Miidiyaa fi Itiyoo-Foram Waxabajjii keessa to'annoo jala oolfamuun Awaashi Sabaatiitti turan keessaa 10 jalqaba toran kanaatti gadhiifamuufi kan hafan torba ammas hidhaarratti akka argama abookaatoon isaa BBCtti himan. Turtiin tibba hidhaarra turanii maal akka fakkaatu ilaalchisuun hojjataa Awuloo Midiyaa kan ta'e Kibroom Salamoon akkasiin himeera.

    Dabalata dubbisi
    next