WaatisAappii

  1. Facebook, Whatsapp fi Instagram

    Miidiyaaleen hawaasaa Facebook,WhatsApp fi Instagram tajaajilli isaanii sa’atii jahaaf addaan cituun booda hojiitti deebi’eera. Sababni adda cituu tajaajilawwan kanaa sirni Feesbuukii inteerneeta waliin wal quunnamuu dhaabuudha jedhame.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Asxaa Facebook fi mallattoo uggurame

    Itoophiyaa bakkeewwan garaagaraatti erga Dilbata galgalaa as namoonni Facebook fayyadamuu akka hin dandeenye barreessaa turani. Dhimma kana kan mirkaneesse dhaabbatni Itiyoo Telekoom deebi'e dalagaa akka jiru hime.

    Dabalata dubbisi
    next