Faransaay

  1. Fans invade pitch

    Tapha kilaboota Nice fi Marseille gidduutti taphatamaa tureen taphataan Dimitri Payet qaruuraa itti darbatame isa dhawe deebisee gara deeggartootaatti darbachuu isaatiin, namoonni gara dirree seenuun taphichi adda cite.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Ministera Muummee Dr. Abiy Ahimadiifi Pirezedaant Imaanu'eel Maakroon

    Pirezidant Maakroon qaamoleen hunduu gara dhukaasa dhaabuutti akka dhufan marii Ministira Muummee Abiy Ahimad waliin taasisaniin gaafataniiru. Torbanuma kana ture Ameerikaanis qaamoleen waraana Kaaba Itoophiyaa keessaa harka qaban haal-duree tokko malee, hatattamaan waliigaltee dhukaasa dhaabuurra akka gahaan kan himte.

    Dabalata dubbisi
    next