Baankii Adduunyaa

  1. Hoogganaa Amazoon, Jeff Bezos

    Weerara koronaavaayirasii hammaate keessatti hojii gaggeessitoonni kaampanota teekinolojii fi indastirii maallaqa doolara Ameerikaa biliyoonatti lakkaa’amu horatan soorummaan isaanii yeroo kamiyyuu caalaa guddateef.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Hawaasa Oromoo Waashingitanii fi Naannoo ishee jiraatan rakkoo nageenya Oromiyaa keessaa balaaleffachuuf hirira Waayit Hawusitti bahan.

    Rakkoo nageenyaa Lixa Oromiyaa godinaalee Wallagaa fi Kibbaan ammoo Gujii keessatti mul'atu balaaleffachuuf, hawaasni Oromoo Amerikaa, kutaa biyyaa Waashingitan DC fi naannawaa jiraatan dhaabbilee mootummaa Ameerikaa fuulduratti mormii dhageessisaa turan.

    Dabalata dubbisi
    next