Farra -goolii umtummaa

  1. Bara 1998 wayita imbasiin US, Keeniyaa fi Taanzaaniyaa jiran barbadaa'an lammiileen US 220 caalantu du'an

    Pirezidaantiin US Doonaaldi Tiraamp, Sudaan ''lammiilee Ameerikaa shororkeessummaan miidhamaniifi maatiisaaniif'' beenyaa doolaara miiliyoona 335 kaffallaan tarree biyyoota tumsitoota shororkeessitootaa jalaa nan baasa jedhan.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Liban Abdullahi Omar in court

    Haleellaa shororkessummaa giddugala daldalaa Weestgeet irratti qaqqabsiisuun shakkamee kan tureefi bilisaan kan gadhiifame Liiban Abdullaahii, battaluma bilisa bahetti hidhattoota eenyummaan isaanii hin baramneen butame.

    Dabalata dubbisi
    next