Qaccarrii

  1. Dr Illeenii G/Madihin

    Dhaabbata Motummoota Gamtoomanitti Sagantaan Misoomaa (UNDP)n sagantaasaa dargaggoota kuma tokkoo ol carraa hojii haaraa uuman deeggaruuf, doolara biliyoona tokko akka walitti qabuun akka hojjatu Dhaabbatichatti dhiheenya kan filataman Dr Illeenii Gebremediin BBC'tti himan.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Hojjettoota Paarkii Indastirii

    Yeroo ammaa wiixineen seeraa boordii miindaa ka'umsaa murteessuuf ba'e qondaaltota olaanoo Ministeera dhimma Hojjetaa fi hawaasummaatiin erga turee booda gara qaama seera kana mirkaneessu Mana Maree Ministeerotaatti dabarfamuuf jira.

    Dabalata dubbisi
    next