ADWUI (Adda Dimokraatawaa Warraaqsa Uummata Itoophiyaa)

  1. Jiraattota Finfinnee mootummaa deeggaruun hiriira bahan, Sadsaasa 07, 2021

    Jiraattoonni magaalaa Finfinnee kumaatamaan lakkaa'aman magaalaa guddoo biyyattii, Finfinneetti bahuun, motummaa federaalaa kan kaaba biyyatiitti gareewwan finciltootaatiin wal waraanaa jiruuf deeggarsa isaanii mul'isan.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Paartii Kongirasii Federaalistii Oromoo

    Kongaransiin Federaalawaa Oromoo (KFO)n ibsa Onkololeessa 15 bara 2021 baaseen rakkoo siyaasaa biyyattiin amma keessa jirtuuf mariin biyyoolessaa 'haqa qabeessaa, dhugaafi hunda hirmaachise' qofatu furmaata jedhe.

    Dabalata dubbisi
    next
  3. Obbo Yusuuf Ibiraahim fi Obbo Girmaa Sayifuu

    Kantiibaa bulchiinsa magalaa Finfinnee ta'uun kan muudaman Aadde Adaanech Abeebee miseensota paartilee mormitootaa kan IZEMA fi ABIN dabalatee mana maree bulchiinsa magaalichaaf dhiyeessuun kaabineewwan 26 ta'aniif muudama kennaniiru.

    Dabalata dubbisi
    next