Ameerikaafi Raashiyaan dhimma hidha haaromsaarratti Itoophiyaafi Masirii walii galchuuf fedhii agarsiisanillee ministiroonni dhimma alaa biyyoota lameenii garuu ji'a dhufu keessa gara ameerikaa kan imalaniif mariif malee walii galteef akka hin taane ibsameera.
Dabalata dubbisi