Nageenya soorataa

  1. Buna auurra hafame

    Adeemsi omishni qotee-bulaa irraa gara fayyadamtoota bira ga’uuf keessa darbu qindaa’aa akka hin taane ogeessonni dinagdee hedduun irratti waliigalu. Dhimmi kun qaala’iinsa jireenyaaf gumaacheeraa laata? Fallisaa hoo?

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Buqqaatota Tigraay Sudaan jiran - nyaataaf hiriiranii idoo jiranitti

    Lolli Tigraay rakkoo Covid-19 fidee fi weerara hawwaannisaa sababa jijjiirama qilleensaan mudateen walitti dabalamee, namoota miliyoonaan lakkaa'aman fiixee gadadoorraan gahee jira jedhe beela irratti kan hojjetu Oxfam.

    Dabalata dubbisi
    next