Hiyyummaa

  1. Marcus Rashford celebrates his match-winning goal against PSG in the UEFA Champions League on 21 October

    Jifataan Maanchistar Yunaayitid torbaniitti doolaara 250,000 ol argatu, haala hiyyuumaa keessatti guddachu hindagane. Kanaafuu duula beela daa'imaatiif taasifamuurratti sagalee ta'aa jira. UKtti daa'immanni mil. 4 ol ta'an hiyyummaa keessa akka jiratan himama.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Amaanu'el Taamiraati

    Amaanu'eel Taamiraat biyya Ameerikaa erga dhaqee waggoota 15 kan jiraatee yoo ta'u, dargaggoo umuriin waggaa 20 ture. Biyya Ameerikaatti paarkii Liiwuus Mooriis jedhamu keessatti faniifamee du'ee reeffisaa kan argamees Waxabajjii 29, 2020 ture.

    Dabalata dubbisi
    next