Geejjiba

  1. Ministira Geejjibaa Itoophiyaa Daagmaawwit Mogas fi jila UAE

    Itoophiyaan magaalaa Finfinnee buufata galaanaa Barbaraa waliin walqunnamsiisuuf hojii hojjetamu si'eessuuf, jaarmiyaa misooma buufata galaanaa guddicha addunyaa kan qabeenya UAE ta'e 'DP World' jedhamu waliin waliigaltee mallatteessite.

    Dabalata dubbisi
    next
  2. Konkolaattota fe'umsaa Jabuutiirraa galan

    Biyya ollaa namootni 1000 ta’an Covid-19 itti qabaman Jabuutiirraa namootni hedduun gara Itoophiyaatti dhufaa jiran waan dabalaa jiruuf, to’annoo cimsuu isaanii naannoleen Amaaraafi Affaar beeksisan.

    Dabalata dubbisi
    next