Jimaanni kaleessaa kabaja guyyaa dhaloota Martiin Luuter Kiing waggaa 92ffaa ture. Jordaan J Looyid erga qorannoo seenaa bal'aa taasisaniin booda, suuraawwan Dr Kiing fi eeddoowwan uummtaa kan yeroo warraaqsa mirga bara 1960 kaafanii halluu guurraachaa fi aadii (black and white) qofaan turanitti halluu dijitaalaa dabaluun akkasuun dhiyeessaniiru.
Dabalata dubbisi